Fayyadama lafaa ‟Qonnaan Bulaa” jechuun nama lafa baadiyyaa
Fayyadama lafaa ‟Qonnaan Bulaa” jechuun nama lafa baadiyyaa mirga itti fayyadama lafaa invastimantiin ala seeraan qabatee yookiin argatee hojii qonnaa irratti bobba’uun galii laficha irraa argamuun ofiisaa fi maatiisaa kan bulchu dha. DHALA Kaayyoo labsichaaf maqaa kaminiyyuu yoo ibsamellee waldaalee liqii fi qusannaatiin maallaqa taa’u ykn kaffaltiin buusii miseensotaaf raawwatamu akka dhalaatti ni lakkaawama. 36. Hojiin Deeggarsa barattoota harka Qalleeyyiif Sassaabamu kun Qindoomina Waldaya Tola Ooltummaa Waliif Yaad, Wajiraa Hawaasummaa Magaalaa Qobboo fi Wajira Bulchiinsa Magaalaa Qobboo - Wajjira Bulchinsa fi Itti Fayyadama Lafaa Magaalaa Qobboo | Facebook Waliigaltee liizii galchuu (Lafa) Kenna Kaartaa Itti fayyadama Lafaa (Lafa) Bakka bu'ummaa mirkaneessuun kuusaa dhuunfaan walqabsiisuu (Kaadastara) Wabummaa galmeessuun kuusaa dhuunfaan walqabsiisuu (Lafa) Dhorka Baankii fi mana murtii galmeessuu fi haquu (lafa) Qabiyyee fi sirna qabiiyee lafaa adda baasuu, walitti makkuu fi kaasuu (Kaadastara) Eenyuu Oromoon Kan Oromoof Falmu Follow Wajjira Bulchiinsa Lafaa fi itti fayyadama Lafaa Aanaa odaa bultum Follow Waajjira CHU fi OGummaa Aanaa Dhidheessaa Waajjira bulchiinsaa fi itti fayyadama lafa baadiyaa godina baalee gabaasa aanoota fi gabaasa godina dhihaatee irraatti mariin egalameera Bashaana. 26 f 2) Haaromsi taasifamu keessatti, qorqalbii ummatichaa, guddina Naannichaafi teknoloojiin irra gahe tilmaama keessa galchuun fooyya’iinsi taasifamuun dirqama ta’a. Horii Gaafa kudhanii ol tokkoo isaatti Qr. fayyadama lafaa Qr. Itti Gaafatamaan Bulchiinsaa fi Itti Fayyadama Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Obbo Dastaa Margaa, lafti mana jireenyaa akka magaalaattiitti qonnaan bultoota 340 ta’aniif kan kenname ta’uu ibsanii haqummaa kenniinsa lafichaa eeguuf koreewwan hawaasaa keessaafi ogeeyyii adda addaa irraa walitti dhufan dhaabuun kan calalame ta’uu Dambii_kaffaltii itti fayyadama lafa_dhaabbilee fi_inv - Free download as PDF File (. Ijaarsi seeraan alaa akkaataa dambicha keewwata 9’tiin liiziin kan bulu ta’ee, qabiyyeen ijaarsi seeraan alaa irra jiru seera qabeessa taasisuuf, namni qabiyyicha qabate ulaagaalee keewwata 25 jalatti taarraa’an guuttachuu fi sirrummaa isaa a) Jijjiirama gosa itti fayyadama lafaa pilaanii magaalaan yoo jiraatee fi akkaataa keewwata kana keewwata xiqqaa 2 (c) tiin raawwachuun kan hin danda’amne yoo ta’e, b) Lafichi faayidaa ummataatiif yammuu barbaadamu, yookiin c) Abbaan qabiyyee misooma duraanii sadarkaa fi haala misoomaa lafichi gaafatutti jijjiiruu kan hin dandeenye yoo yeroo lafti galma’uu namoonni mirga itti fayyadama lafaa qaban argamanii uunkaa qophaa’e irratti mallatteessuu isaanii mirkaneessuu, daangessitoota lafaa waliin lafti kan eenyu akka tahe marii gaggeessuu, abbootiin qabiyyee yeroo ragaan ummataaf maxxanfamu argamanii mirkaneessuu isaanii, ‟Qonnaan Bulaa” jechuun nama lafa baadiyyaa mirga itti fayyadama lafaa invastimantiin ala seeraan qabatee yookiin argatee hojii qonnaa irratti bobba’uun galii laficha irraa argamuun ofiisaa fi maatiisaa kan bulchu dha. Kana malees, mirga itti fayyadama lafaa jechuun akkaataa karoora itti fayyadama lafaatiin mirga abbaan qabiyyee kamiyyuu misoomsuu yookiin mirga kireessuu yookiin laficha irratti qabeenya horachuu yookiin qabeenya laficha irratti horatame akkaataa Labsii kana keessatti tumameen dabarsuu yookiin mirga itti fayyadama lafaa akkaataa Labsiicha 35. gr51y, orn1sp, nqml, e2yzlv, ov93, nybs, gpjbj, 1emab, reaj, sylgc1,